Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuus Yeruusaalemitti mana woyyuu seenee, waan maraa haga laaleen maayessa, lafti waan dhiiteertuuf darasoota ufii kudha lamaan woliin gara Bittaaniya'aa dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yesus'llee Yerusaalemiin yeroo gayetti gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, waan naannaya jiru mara'llee ni laale, guyyaan'llee dhiyee waan tureef barattoota isaa kudha lamaan woliin, Yerusaalemiin keessaa bayee gara Bitaaniyaa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus Yerusaalemitti mana woyyuu seenee haga waan maraa laaleen maayessa, lafti waan dhiiteertuuf darasoota ufii kudha lamaan woliin gara Bitaaniya'aa dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:11
8 Referans Kwoze  

Hennaa lafti galgaloofte, Yesuusii fi darasoonni isaa qachaa san keessaa baya'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite