Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 11:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Mootummaan abbaa keenna Daawitii ta dhuftu sun ta eebbifamte! Hoosaanaa ol samii gubba'atti» jedha'aa woca'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Mootummaan abbaa keenna Daawiitii ka dhufu, ka eebbifame. Hosa'ianaa ol sami'itti!» jedha'aa, ni iyyan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Mootummaan abbaa keenna Daawitii ta dhuftu sun ta eebbifamte! Hoosaanaa ol samii gubba'atti» jedha'aa woca'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 11:10
13 Referans Kwoze  

Abbaan keenna Abrahaam jechuun waan isin baasu hin seeyinaa'a. Rabbi dhakaa kanniin fuudhee, Abrahaamiif ilmaan akka ta'an godhuu akka danda'u ani isinitti hima.


Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite