Wongeela Maarqoos 11:1 - WAADAA LAMMATAA1 Isaan Yeruusaaleemitti galu'uuf Beetafaage'ee fi Bittaaniya'aatti, gara gaara ejersaatitti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaan, Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesusii fi barattoonni isaa gara Yerusaalemii yeroo dhiyaatanitti karaa Beetfaage'eetii fi Bitaaniya'aatiin gara gaara ejerssaa jedhamuu ni gayan. Achiin duubatti'llee Yesus barattoota isaa keessaa lamaan akkana jechu'uun ni erge, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuusii fi darasoonni gara Yerusaalemii gaara Ejersaa biraan gara Beetafaage'ee fi Bitaaniya'aatti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa lamaan akkana jedhee isaan erge, Gade chapit la |