Wongeela Maarqoos 10:6 - WAADAA LAMMATAA6 Jalqaba Rabbi hennaa uumamni uumamu, ‹Rabbi dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume;› Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Garuu jalqaba uumamaatii kaasee, ‹Waaqinni dhiiraa fi dubarttii isaan taasisee ni uume, Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Jalqaba Rabbi hennaa uumamni uumamu, ‹Rabbi dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume;› Gade chapit la |
Amalli isaa ka hin mudhanne, innillee hunna isaa ka bara baraa akkasuma Waaqumaan isaa uumama adunya'aatii jalaqabee, karaa waan inni uummeetiin beekkamee ifa ta'ee waan mudhatuuf; kanaafuu Rabbiin beeka'aa akka Rabbummaa isaatitti waan hin kabajjinee fi waan hin galateeffanneef waan itti sababatan dhaban. Haata'uu ammoo yaada isaaniitiin duwwaa ta'an; qalbiin isaanii ta hin hubbanee fi ta dukkanoofte.