Wongeela Maarqoos 10:51 - WAADAA LAMMATAA51 Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ballaan sunillee, «Barsiisaa'a! Ija tiyya akka naa bantu barbaada» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Yesus'llee, «Maal akka siif raawwadhu barbaadda?» jechu'uun, ni gaafateen. Namichi jaamaan'llee, «Yaa barsiisaa, yabo'oo ijji kiyya akka naaf argitu naaf taasisi» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ijji isaa hin argine sun, «Barsiisaa'a! Ija tiyya akka naa bantu barbaada» jedheen. Gade chapit la |