Wongeela Maarqoos 10:5 - WAADAA LAMMATAA5 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, sababaa gar-jabeenna keessaniitiif seera kana isiniif barreesse. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Museen ajaja kana ka isiniif barreesse, onneen keessan hadooddee waan isin hin dhageenneef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Sababaa gar jabeenna keessaniitiif seera kana isiniif barreesse. Gade chapit la |