Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Eennullee isin keessaa bulchaa ta'uu ka barbaadu, ka nama maraa hojjatu haata'uu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Akkuma kana isin jiddu'uu ka ol aanaa ta'uu barbaadu, garbcha maraa haa ta'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Eennullee isin keessaa ka bulchaa ta'uu barbaadu ka nama maraafuu hojjatu haa ta'uu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:44
5 Referans Kwoze  

Namni tokko shamisii tee fudhachu'uuf barbaadee yoo si himate, kootii keellee kenniif.


Yesuus haga taa'een maayessa darasoota kudha lamaanuu gara ufii waamee, «Namni bulchaa ta'uu barbaadu, nama maraayuu gad ta'ee, hojjataa nama maraa haa ta'uu» isaaniin jedhe.


Isin biratti akkanaa miti; haata'uu ammoo eennullee isin keessaa nama guddaa ta'uu ka barbaadu, hojjataa nama maraa haa ta'uu.


Ilmi namaa lubbuu ufii kennee namoota maraa furu'uuf dhufe malee, akka isaa hojjataniif hin dhufne» jedhe.


Haata'uu ammoo, Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite