Wongeela Maarqoos 10:43 - WAADAA LAMMATAA43 Isin biratti akkanaa miti; haata'uu ammoo eennullee isin keessaa nama guddaa ta'uu ka barbaadu, hojjataa nama maraa haa ta'uu. Gade chapit laWaadaa Haarawa43 isin biratti garuu akkana ta'uu hin malu, isin jiddu'uu guddaa ta'uu ka barbaadu, tajaajilaa keessan ta'uu ni qaba. Gade chapit laKitaaba Woyyuu43 Isin biratti akkanaa miti; haa ta'uu ammo eennullee isin keessaa ka nama guddaa ta'uu barbaadu hojjataa nama maraa haa ta'uu. Gade chapit la |