Wongeela Maarqoos 10:42 - WAADAA LAMMATAA42 Yesuus ammoo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin ta'in bulchan hunnaan akka bulchan, bulchoonni isaaniillee baallii guutu'uun akka bulchan isinuu hin beettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 Yesus mara isaaniituu gara isaa waamee akkana isaaniin jedhe, «Itti gaafatamoota ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee jedhamanii ka waamamanii fi durssitoonni isaanii'llee isaan irratti aangoo akka qaban ni beekittan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Yesuus ammo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin ta'in bulchan hunnaan akka bulchan, bulchoonni isaaniillee baallii guutu'uun akka bulchan isinuu hin beettan. Gade chapit la |