Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Isaanillee deebisanii, «Muuseen ‹Namni tokko Woraqaa hiikka'aa kenneefii yoo hiike hin ta'a› jedheera» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Isaan'llee, «Museen ammoo woraqaa raga'aa hiikkamuu isi'ii muldhisu kenneefii, akka hiikuun eeyyamee jira» isaan jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isaanillee deebisanii, «Muuseen ‹Namni tokko Woraqaa hiikka'aa kenneefii yoo hiike hin ta'a› jedheera» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:4
7 Referans Kwoze  

Isaanillee, Eegasuu Muuseen, «Abbaan manaa woraqata hiikka'aa kenneefii akka isii hiiku, maaf ajaje ree?» jedhaniin.


Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade.


Yesuus ammoo deebisee, «Seerri Muuse'ee maal jedha?» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite