Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus ammoo deebisee, «Seerri Muuse'ee maal jedha?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee, «Museen waayee waan kanaa maal isin ajaje?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus ammo deebisee, «Seerri Muuse'ee maal jedha?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:3
6 Referans Kwoze  

Isin worri seera jala jiraachuu barbaaddan, waan seerri jedhu hin dhageettanii? Mee natti himaa'a!


Isin kitaabbilee woyyootaan waan jireenna bara baraa qabdan waan isinitti fakkaatuuf, isaan qortan. Isaan garuu waan kiyya ragan!


Beekaan seera Muuse'ee tokko waan Yesuus jedhu laalu'uuf ol ka'ee, «Barsiisaa'a, jiruu bara baraa argachu'uuf maal godhuu na barbaachisaa?» jedheen.


Fariisonni gariin dhufanii dubbii afaan isaatii bayuun isa qabu'uuf jedhanii, namni haadha manaa ufii hiikuun seeraa? jedhanii gaafatan.


Isaanillee deebisanii, «Muuseen ‹Namni tokko Woraqaa hiikka'aa kenneefii yoo hiike hin ta'a› jedheera» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite