Wongeela Maarqoos 10:21 - WAADAA LAMMATAA21 Yesuus isa xiinxallee laalee jaalateenii, «Waan tokkotu sirraa dhidhata. Dhaqii, waan qabdu maraa gurgurii, worra hiyyeeyyi'iif kenni, samii gubba'atti badhaadhummaa argattaa; achiin maayessa koottu na faana deemi!» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Yesus'llee laaleeniiti ni jaalateen, akkana'llee ni jedheen, «Wonitti tokko qoftti si hafee jira, deemii, waan qabddu maraa gurgurii hiyyeesotaaf kenni, qabeenna wolitti qabame sami'itti ni argata, kanaan duubatti koottuu, ana horddof.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Yesuus isa xiinxallee laalee jaalateenii, «Waan tokkotu si irraa dhidhata; dhaqii waan qabdu maraa gurgurii hiyyeeyyi'ii kenni; samii gubba'atti badhaadhummaa argattaa; achiin maayessa koottuu na faana deemi!» jedheen. Gade chapit la |