Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Yesuusillee deebisee, «Maaf barsiisaa mishaa naan jetta? Rabbii tokkicha malee mishaan eennullee hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Waayee maaliif arjjaa naan jetta? Waaqa tokko malee eennu'llee arjjaan hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Yesuus deebisee, «Maaf barsiisaa mishaa naan jetta? Rabbii tokkicha malee mishaan eennullee hin jiru.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:18
14 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Maaf arjaa naan jetta? Rabbii tokkicha malee, namni arjaan tokkollee hin jiru.


Yesuus deebisee, «Waan hujii misha'aa maaf na gaafatta? Mishaan tokkochuma; jireenna sanitti galuu yoo feete ammoo, ajaja eegi» jedheen.


Nullee jaalala Rabbi nuu qabu beenneerra. Amanneerralle'e. Rabbi jaalala; ka jaalalaan jiraatu Rabbiin keessa jiraata, Rabbillee isa keessa jiraata.


Maruu dogoggoraniiran martinuu worra bu'aa hin qabne ta'aniiran; Ka arjoomu tokkollee hin jiru;


Ka jaalala hin qabne, Rabbiin hin beeku; Rabbi waan jaalala ta'eef.


Kennaan mishaan, eebbii guutuun maruu olii dhufa. Kennaan mishaan, kennaan mudaa hin qabne cuftinuu abbaa ifaa akka gaaddidduu hin jijjiiramne san biraa gubba'aa gad-bu'a.


Yesuus achii ka'ee akkuma kara'atti bayeen, namichi tokko gara isaa fiigee, afoo isaatitti jilbiinfatee, «Barsiisaa mishaa'a! gara jireenna bara baraa galu'uuf maal godhuu na barbaachisa?» jedhee gaafate.


Ati seera ‹Hin ajjeesin, hin seebarin, hin hatin, dharaan namarratti ragaa hin bayin, hin sobin, Abba'aa fi haadha tee kabajji› jedhu hin beetta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite