Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Ani dhugamaan isiniin jedha; eennullee jeennata Rabbii akka ijoolle'eetitti ka hin fudhanne, horomaa itti hin galu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Dhugamaan isiniin jedha, Mootummaa Waaqaa akka daa'immanii ta'ee ka ufitti hin fudhanneen, gonkumaa itti hin aseenu.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Ani dhugamaan isiniin jedha; eennullee ka jeennata Rabbii akka ijoolle'eetitti hin fudhanne horomaa itti hin galu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:15
6 Referans Kwoze  

«Ani dhugamaan isiniin jedha, deebitanii akka daa'ima kanaa yoo hin taane, gara jeennata sami'ii horoma hin galtan.


Ani dhugamaan isiniin jedha, eennullee jeennata Rabbii akka daa'imaatitti ka hin fudhanne, sirimaa hin galu» jedhe.


Yesuus ammoo, «Jeennanni sami'ii ka worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe.


Obboleeyyan tiyya! Sammu'uun daa'iman hin ta'inaa'a. Waan dharaatiif daa'imman ta'aa'a; worra sammu'uun bilchaattan ta'aa'a.


Gooftaan arjaa ta'uu isaa mi'eeffattanii yoo jiraattan akka gara fayyinnaa ittiin guddattan, akka daa'imman amma dhalattee aannan soxxuutitti dubbii Rabbii ka dhara hin qabne dharra'aa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite