Wongeela Maarqoos 10:13 - WAADAA LAMMATAA13 Namoonni gariin akka Yesuus harka ufiitiin qaqqabee eebbisuuf, ijoollee didiqqoo gara isaa fidan. Darasoonni ammoo isaan teedeffatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Yesus akka isaan qaqabuuf daa'imman gara isaa ni fidan, barattoonni isaa garuu namoota daa'imman gara isaa fidanitti, ni baanatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Namoonni gariin akka Yesuus harka ufiitiin qaqqabee eebbisuuf ijoollee didiqqoo gara isaa fidan. Darasoonni ammo isaan teedeffatan. Gade chapit la |