Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Innillee deebisee, «Eennullee haadha manaa ufii dhiisee ka dubartii biraa fuudhu, seebaru'uun yakkeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Haadha worraa isaa hiikee dubarttii bira'aa ka fuudhu, haadha worraa isaa irratti sagaagalee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Innillee deebisee, «Eennullee haadha manaa ufii dhiisee ka dubartii biraa fuudhu seebaru'uun yakkeera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:11
9 Referans Kwoze  

Ani ammoo akkana isiniin jedha, yoo isiin seebarte malee, namni haadha manaa ufii hiikee ta biraa fuudhu maruu, hin seebara» isaaniin jedhe.


Kanaafuu abbaan manaa lubbu'uun uduu jiru dhiira biraatitti yoo oolte, ta seebarte jedhamti. Abbaan manaa yoo du'e ammoo seera jalaa bilisa waan baateertuuf dhiira biraatitti yoo oolte, seebartu'uu miti.


Haadha manaa hiikee ka ta biraa fuudhu maruu hin seebara. Namni dubartii abbaa manaa jalaa baate fuudhullee hin seebara.


Haati manaa qaama ufii irratti baallii hin qabdu; baalliin ka abbaa manaa isi'iiti. Akkasuma ammoo abbaan manaa qaama ufii irratti baallii hin qabu; baalliin ka haadha manaa isaati.


Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammoo Rabbi isaanitti murteessa.


Hennaa deebi'anii manatti galan, darasoonni waan dubbii kanaa isa gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite