Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 10:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa deebi'anii manatti galan, darasoonni waan dubbii kanaa isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Gara manaa yeroo deebi'anitti barattoonni isaa waayee kanaa deebi'anii Yesusiin ni gaafataniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa deebi'anii manatti galan darasoonni waan dubbii kanaa isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 10:10
5 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuusii fi darasoonni isaa gara Qifirnaahoomii dhaqan. Haga mana gayaniin maayessa Yesuus, «Karaa irratti wonti isin irratti wol mormitan maali'i?» jedhee isaan gaafate.


Yesuus haga mana seeneen maayii, darasoonni isaa, «Nu ayyaana battii san maaf baasuu dadhabne?» jedhanii hojjatti isa gaafatan.


Hennaa Yesuus hojja jirutti worri hulee sanii darasoonni kudha lamaa waan mammaaka kanaa isa gaafatan.


Ka Rabbi tokko godhe namni addaan hin baasin!» isaaniin jedhe.


Innillee deebisee, «Eennullee haadha manaa ufii dhiisee ka dubartii biraa fuudhu, seebaru'uun yakkeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite