Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Innillee akkana jedhee lallabe. Ka ana caalaa hunna qabu, ka miseensa kophee isaa gad jedhee hiikuun naan hin malle tokko na duubaan dhufa'aara.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Akkana'llee ni jedha ture, «Hidhaanuma kophee isaatuu gadi jedhee hiiku'uuf gonkumaa ka hin dandeenne, ka ana haalaan caalu ana duubaan ni dhufa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Inni akkana jedhee lallabe. «Ka ana caalaa hunna qabu, ka miseensa kophee isaa gad jedhee hiikuun naan hin malle tokko na duubaan dhufa'aara.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:7
11 Referans Kwoze  

Uduu Yohaannis tajaajila isaa raawwatu, «Ani eennuun akka ta'e na hubattanii? Ani isaa miti. Haata'uu ammoo ka miseensa kophee luka isaa hiikuun naaf hin malle anaan maayii hin dhufa jedhe.


Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.


Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haata'uu ammoo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uuf ibiddaan isin cuupha.


Akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf ani bisaaniin isin cuupha, ka na maayessa dhufa'aaru ammoo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu harkaan qabu'uuf nama male miti.


Yohaannis ammoo, «Natu siin cuuphama malee, situ naan cuuphamaa?» jedhaa'a ufirraa isa dhoogga'aa ture.


Yohaannis, uffata rifeensa gaalaa irraa hojjatame uffatee, mudhii ufii teephaan hidhatee, Awwaannisaa fi damma gammoojji'ii nyaata'aa ture.


Ani bisaaniin isin cuupha. Inni ammoo Ayyaana Woyyu'uun isin cuupha jedha'aa lallabe.


Phaawuloosillee, «Yohaannis Yesuus Kiristoosii isaan maayessa dhufutti akka amanan, bani'itti hima'aa, cuuphaa aagi'ii cuuphe» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite