Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Yohaannis, uffata rifeensa gaalaa irraa hojjatame uffatee, mudhii ufii teephaan hidhatee, Awwaannisaa fi damma gammoojji'ii nyaata'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Uffanni Yohaannisii rifeenissa gaalaa irraa ka hojjatame ture, hidha isaa titti'llee teepha ni hidhata ture, nyaanni isaa'llee awwaannisaa fi dammaa daamu'uu ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Yohaannis uffata rifeensa gaalaa irraa hojjatame uffatee, mudhii ufii teephaan hidhatee, awwaannisaa fi damma gammoojji'ii nyaata'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:6
6 Referans Kwoze  

Uffanni Yohaannisii rifeensa gaalaa irraa hojjatame; inni mudhii ufii teephaan hidhata; Nyaanni isaallee awwaannisaa fi damma gammoojjii keessaati.


Baniin biyya Yihuuda'aatii fi qachaa Yeruusaaleemii maruu gara isaa dhufa'aa turan. Cubbuu ufiillee himata'aa laga Yoordaanoosiititti harka isaatiin Cuuphama'aa turan.


Innillee akkana jedhee lallabe. Ka ana caalaa hunna qabu, ka miseensa kophee isaa gad jedhee hiikuun naan hin malle tokko na duubaan dhufa'aara.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite