Wongeela Maarqoos 1:5 - WAADAA LAMMATAA5 Baniin biyya Yihuuda'aatii fi qachaa Yeruusaaleemii maruu gara isaa dhufa'aa turan. Cubbuu ufiillee himata'aa laga Yoordaanoosiititti harka isaatiin Cuuphama'aa turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Arddii Yihuda'aatii fi magaalaa Yerusaalemiitii'llee namoonni baayi'een gara isaa ni dhufan ture, cubbuu isaanii'llee himata'aa Laga Yoordaanosii titti, harka isaatiin ni cuuphaman ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Baniin biyya Yihuuda'aatii fi qachaa Yerusaalemii maruu gara isaa dhufa'aa turan. Cubbuu ufiillee himata'aa laga Yoordaanosiititti harka isaatiin cuuphama'aa turan. Gade chapit la |