Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:45 - WAADAA LAMMATAA

45 Inni ammoo akkuma arge dubbata'aa, oduu biyya maraan gaye. Kanaaf Yesuus achiin maayessa hulee udumee namni hin jirre ture malee, gara qacha'aa seenuu hin dandeenne. Namoonni bakka adda addaatii gara isaa dhufa'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

45 «Haa ta'u malee namichi achii bayee, waan kana maraa nama marattuu odeessuu jala ni qabe. Waayee kanaan'llee Yesus gara magaalaa kamiituu, ifatti aseenu'uuf hin dandeenne. Garuu magaala'aan alatti bakka naminni hin jirre ni jiraata ture. Ta'u'llee namoonni bakka maraa gara isaa ni dhufan ture.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

45 Inni ammo akkuma arge dubbata'aa, oduu biyya maraan gaye. Kanaaf Yesuus achiin maayessa hulee udumee namni hin jirre ture; gara qacha'aa seenuu hin dandeenne. Namoonni bakka adda addaatii gara isaa dhufa'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:45
12 Referans Kwoze  

Akkasuma ammallee Yesuus gara qarqara galaanaa gadi bu'e; hennaa san namoonni hedduun gara isaa dhufan, innillee isaan barsiise.


Isaan ammoo achii bayanii biyya san marattuu waan isaa odeessan.


Maalalee dhibamtoota irratti inni godhe waan arganiif baniin hedduu isa faana deeme.


Yesuus darasoota woliin gara Galaanaa siiqe. Worri Galiila'aa dhufan namoonni hedduun isa faanaa deeman;


Isaanillee birrii fudhatanii akkuma isaan jedhan godhan. Dubbiin kun haga guyyaa adhaa Yihuudota eddu'utti odeeffama.


Worra hin ajajamne, ka waan duwwaa qaaqanii fi soban, keessattu gosa worra gaadoomanii keessaa heddu.


Oduun waan inni hojjate kanaa biyya maraa keessatti dhagayame.


Achiin maayessa gara manaa hennaa dhufan, baniin hedduu waan wolitti qabamaniiraniif, Inninii fi darasoonni isaa hurbaata nyaachuu dadhaban.


Yesuus eennuttillee akka hin himne isaan seere. Isaan ammoo uduu inni isaan seeru, guddisanii odeessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite