Wongeela Maarqoos 1:43 - WAADAA LAMMATAA43-44 Achiin maayii Yesuus namichaan «Eennuttillee waa tokko akka hin dubbanne uf eegi. Haata'uu ammoo deemii gadichatti uf mudhisi isaaniifillee ragaa akka ta'u fayyuu keetiif waan Muuseen ajaje dhiyeessi» jedhee jabeessee isa seeree geegesseen. Gade chapit laWaadaa Haarawa43 Yesus'llee namicha ciminnaan ufi eeggachiiseenii ni geegesseen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu43-44 Achiin maayii Yesuus namichaan «Eennuttillee waa tokko akka hin dubbanne uf eegi. Deemi ammo gadichatti uf mudhisi; isaaniifillee akka ragaa ta'u fayyuu keetiif waan Muuseen ajaje dhiyeessi» jedhee jabeessee isa seeree geegesseen. Gade chapit la |