Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Namichi dhibee gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee jilbiinfatee, «Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedhee kadhateen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Namichi waashaye tokko gara Yesusii dhufeeti miila isaa jalatti jilbbiiffatee, «Yoo eeyyamtte ana fayyisu'uu ni danddeetta» jechu'uun, ni kadhateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Namichi dhibee gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee jilbiiffatee, «Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedhee kadhateen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:40
20 Referans Kwoze  

Gara gumi'ii hennaa deebi'an, namichi tokko dhufee, Yesuusiin afo'otti jilbiinfatee, «Gooftaa'a, mucaa kiyya naa fayyisi.


Yesuus achii ka'ee akkuma kara'atti bayeen, namichi tokko gara isaa fiigee, afoo isaatitti jilbiinfatee, «Barsiisaa mishaa'a! gara jireenna bara baraa galu'uuf maal godhuu na barbaachisa?» jedhee gaafate.


Jilbiinfatee Gooftaa kiyya cubbuu kana isaanitti hin laakkayin jedhee laagaa ol qabatee iyyee du'e. Saa'oolillee ajjeefamuu isaatitti jaraan woliigale.


Isaan irraa haga darbata dhaga'aa fagaatee jilbiinfatee,


Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Sababaa kanaaf Rabbii Abbaa ardi'ii fi samii afo'otti waan keessaniif hin jilbiiffadha.


Yesuusillee gaddeefiit, «Harka ufii hiixatee qaqqabeeniiti hin fedhaa fayyi» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite