Wongeela Maarqoos 1:4 - WAADAA LAMMATAA4 Yohaannisiin cuuphaan lafa udume'ee keessatti, «Aagii gala'aatii cuuphamaa'a! Rabbillee cubbuu keessan isinii dhiisa» jedha'aa lallaba'aa dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Kanaaf Yohaannisiin Cuuphaan, «Dhiifama cubbu'uu akka argattaniif, gara Waaqaa deebi'aa cuuphamaa!» jechu'uun, gammoojjii keessa lallaba'aa ni dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Yohaannisiin cuuphaan lafa udume'ee keessatti, «Aagii gala'aatii cuuphamaa'a! Rabbillee cubbuu keessan isinii dhiisaa» jedha'aa lallaba'aa dhufe. Gade chapit la |