Wongeela Maarqoos 1:39 - WAADAA LAMMATAA39 Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa deeddeme. Gade chapit laWaadaa Haarawa39 Kanaaf bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aatii fi jinniiwwan'llee baasa'aa, Galiilaa mara keessa ni naanaya ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu39 Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa naannaye. Gade chapit la |