Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Worra dhibee adda addaatiin qabaman heddu fayyisee; jinnii hedduullee baase. Jinnoonnillee Kiristoosiin akka ta'e beekanii waan turaniif akka dubbatan isaan hin hoffolchine.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Yesus worra dhukkuba adda addaatiin makkaraaran namoota baayi'ee ni fayyise, jinniiwwan baayi'een'llee isaan keessaa ni baase, jinniiwwan'llee inni eennuun akka ta'e ni beekan ture, haa ta'u malee Yesus akka dubbataniif isaanii hin eeyyaminne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Worra dhibee adda addaatiin qabaman heddu fayyisee; jinnii hedduullee baase; Jinnoonni Kiristoosiin akka ta'e beekanii waan turaniif akka dubbatan isaan hin hoffolchine.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:34
6 Referans Kwoze  

Jinniin ammoo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota hedduu keessaa iyya'aa bayani. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka isaan hin dubbanne isaan dhoogge.


Yesuus ayyaanonni battiin sun Inni eennuun akka ta'e akka isa hin himneef jabeessee isaan ajaje.


Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.


Yesuusillee, «Cadhisi! Isa keessaa bayi» jedhee teedeffate.


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite