Wongeela Maarqoos 1:30 - WAADAA LAMMATAA30 Soddaatiin Simooniillee dhibee haxaxxe'eetiin dhibamtee ciiftee turte. Yoosuu waan isi'ii itti himan. Gade chapit laWaadaa Haarawa30 Mana keessa'llee soddaatiin Simoonii dhukkuba oo'iinssa qaamaatiin dhukkubisattee ciifttee jirtti ture, waayee dukkubbisata isii'llee bakkumatti Yesusitti ni himan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu30 Soddaatiin Simoonii dhibee haxaxxe'eetiin dhibamtee ciiftee turte. Yoosuu waan isi'ii itti himan. Gade chapit la |