Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:29 - WAADAA LAMMATAA

29 Yomasan Mana sagada Yihuudotaatii bayee, Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin gara mana Simoonii fi Indiriyaasii seene.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

29 Yeroma sanitti Yesus bakka wolgayii isaaniitii bayee, Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin, gara mana Simoonii fi Indriyaasii ni aseene.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

29 Yoma san mana sagada Yihuudotaatii bayee Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin gara mana Simoonii fi Indiriyaasii seene.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:29
7 Referans Kwoze  

Gara qachaa Qifirnaahomii dhaqanii, guyyaan Sambataa hennaa gaye, Yesuus gara mana sagada Yihuudotaa seenee barsiise.


Yesuus deebisee, «Jeedalti boolla, Simbirti samii irra barartullee maandhee qabdi; Ilmi Namaa ammoo hulee mataa ufii itti irkifatuu hin qabu» jedheen.


Hennaa sanillee Mana sagada Yihuudotaa keessatti nama ayyaanni battiin dhayeeru tokkotu ture.


Gurri isaallee yoosuu biyya Galiila'aa maraa keessatti dhagayame.


Soddaatiin Simooniillee dhibee haxaxxe'eetiin dhibamtee ciiftee turte. Yoosuu waan isi'ii itti himan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite