Wongeela Maarqoos 1:22 - WAADAA LAMMATAA22 Inni akka barsiisota seeraa uduu hin taane akka nama baallii qabuutitti waan barsiisa'aa tureef, namoonni barumsa isaa maalalfatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Yesus akka bifa barsiisonni seeraa itti barsiisanii titti uduu hin ta'in, akka nama aangoo qabuu titti isaan ni barsiisa waan tureef, worri isa dhageeffatan marrinuu barsiisa isaa ni maalalffatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Inni akka barsiisota seeraa uduu hin taane akka nama baallii qabuutitti waan barsiisa'aa tureef namoonni barumsa isaa maalalfatan. Gade chapit la |