Wongeela Maarqoos 1:19 - WAADAA LAMMATAA19 Akkuma diqqoo achi siiqeen, ilmaan Zabdiwoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin yabala irratti uduu isaan siiboo midhaaffatan argee, Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Achi biraa'llee muraasa akkuma dabrraniin, kaanniin obboleeyyan lamaan ni arge, isaan'llee ijoollee Zebdiwoosii Yaaqoobii fi Yohaanisiin turan, isaan'llee hoboloo irra ta'anii tabbaarrii isaanii, ni supphan ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Akkuma diqqoo achi siiqeen ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin yabala irratti uduu isaan siiboo midhaaffatan argee, Gade chapit la |