Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Uduu galaana Gaaliila'aa bira lufa'aaru Simo'onii fi obboleessi isaa Indiriyaas siiboo isaanii gara galaanaa hennaa darban arge. Isaan worra qurxummii qaba'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kanaan duubatti Yesus garba ciisaa Galiila'aa biraan yoo dabrru Simoonii fi obboleessi isaa Indriyaas qurxummii qabddoota waan turaniif, tabbaarrii isaanii gara garba ciisa'aa yoo darbatanitti isaan ni arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Uduu galaana Galiila'aa bira lufa'aaru Simoonii fi obboleessi isaa Indiriyaas siiboo isaanii gara galaanaa hennaa darban arge. Isaan worra qurxummii qaba'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:16
11 Referans Kwoze  

Darasoota keessaa tokko obboleessi Simi'oon Pheexroos Indiriyaas,


Isaanillee, Simoon ka inni Pheexroos jedhee maqaa itti baase, Indiriyaas obboleessa Pheexroosii, Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartalemewoos,


Hennaa seenan gara mana mana gubba'aa ol bayan. Pheexroos, Yohaannis, Yaaqoob, Indiriyaas, Filiphoos, Tomaas, Bertelomeewoos, Maatewoos, ilmi Ilfiyoosii Yaaqoob, ka hinaafaa jedhamu Simoonii fi Yihuudaa ilma Yaaqoobii fa'a.


Filiphosillee dhufee Indiriyaasitti hime, Indiriyaasii fi Filiphoos dhufanii Yesuusitti himan.


Indiriyaasi, Filiphoosi, Bartelemewos Maatewoos, Toomaas, Yaaqoobii ilma Ilfiyoosii, Taadewoos, Simoonii hinaaftichaa fi


Simooniinillee, «Pheexroos» jedhee maqaa moggaase.


Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa, Simoonii «Pheexroos» jedhamu fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdiwoosii, Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite