Wongeela Maarqoos 1:14 - WAADAA LAMMATAA14-15 Yohaannis dabarfamee haga kennameen maayii, Yesuus, «Barri dhume. Jeennanni Rabbii dhiyaateera; aagii galaa'a Oduu Nagayaatittillee amanaa'a.» jedha'aa Oduu Nagayaa ka jeennata Rabbii lallaba'aa gara Galiila'aa dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Yohaannis qabamee gara mana hidha'aa eega aseeneen duubatti, Yesus Wongeelaa Waaqaa lallaba'aa gara Galiila'aa ni dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14-15 Haga Yohaannis dabarfamee kennameen maayii Yesuus, «Barri dhume; Jeennanni Rabbii dhiyaateera; aagii galaa'a; Dubbii Nagayaatittillee amanaa'a.» jedha'aa Dubbii Nagayaa ka jeennata Rabbii lallaba'aa gara Galiila'aa dhufe. Gade chapit la |