Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Lafa udume'eetitti guyyaa afurtamaaf seexanaan ataabama'aa ture. Achitti bineensota jidduu ture. Maleekkonnillee hin tajaajilaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Gammoojjii sanitti'llee sheexanaan qormaatama'aa guyyaa afurtamaaf ni ture, bineensota bosonaa woliin'llee ni ture, maleyikkoonni'llee ni tajaajilaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Lafa udume'eetitti guyyaa afurtamaaf seexanaan ataabama'aa ture. Achitti bineensota jidduu ture. Maleekkonni isa tajaajilaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:13
13 Referans Kwoze  

Cubbu'uun achitti waa maraanuu akkuma keenna qorame; gadicha hayyicha dadhabbii keennatti garaa nuu hin laafne hin qabnu.


Ani Abbaa kiyya uduu gaafadhee, Inni ammoo ammuma maleekkota loltuu kudha lamaa caalan waan naa erguu hin dandeenne si fakkaataa?


Dhossaan Rabbiin fakkachu'uu mamii malee gudda'a; «Ka Fooniin mudhate, Ka Ayyaanaan qajeelaa ta'e, Ka Ergamtootatti mudhate, ka banii Yihuudii hin taanee lallabame, Ka biyya lafaa keessatti amaname, Ka ulfinnaan ol baye.»


Achiin maayessa akka Yesuus daabiloosiin ataabamu, Ayyaanni Woyyuun gara gammooji'ii isa fide.


Yesuus Ayyaana Woyyu'uun guutamee laga Yordaanosiitii hennaa deebi'e, Ayyaanaan gara lafa udume'ee geeffame,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite