Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamtee, Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Bakkumatti Yesus bishaan keessaa akkuma bayeen, samiin yoo banamuu fi Hafuurri Qulqulluun fakkeenna bifa handari'iitiin, isa irratti yoo bu'u ni arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamee Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:10
8 Referans Kwoze  

Ayyaanni Woyyuunillee akka haala nafaatiin handarii fakkaatee isa irratti bu'e. Ilmi kiyya ka ani jaaladhu si'i, ani si'iin gammada laagaan jedhu samii irraa dhufe.


Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, Yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.


Hennaa san, Yesuus biyya Galiila'aatii gara qachaa Naazireetii dhufee harka Yohaannisiitiin laga Yordaanosiititti cuuphame.


Samii irraa laagaan, «Ilmi jaaladhu si'i, An sitti gammada» jedhu dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite