Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 9:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Heroodisillee, Yohaannis ka ani morma isaa mursiise. Namni ani amma waan isaa dhagayu kun eennu? jedhee isa kana argu'uuf barbaada'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Heerodis'llee gara isaatiin, «Ani mataa Yohaannisii mursiisee ture, eegaa, waan kana maraa ni raawwata jedhama'aa ka dubbatamuuf, inni eennu?» jedha ture. Isa arguuf'llee ni barbaada ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Heroodisillee, «Yohaannis ka ani morma isaa mursiise. Namni ani amma waan isaa dhagayu kun eennu?» jedhee isa kana argu'uuf barbaada'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 9:9
3 Referans Kwoze  

Heroodisillee Yesuusiin hennaa arge, guddisee gammade. Sababaa waan isaa dhagayeef hennaa dheeraa isa argu'uuf hawwaa waan tureef. Malkata guddaa inni hojjatu argu'uuf abdii godha'aa ture.


Heroodisillee ammoo womaa irratti waan hin argineef gara keenna deebiseera, waan isa ajjeesisu womaa hin goone.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite