Wongeela Luqaas 9:8 - WAADAA LAMMATAA8 Kuuwwan ammoo Eeliyaasitu mudhate, kuuwwanillee Raattota duraa keessaa tokko ka'eera jedha'aa waan turaniif mame. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Akkuma kana tokko tokko, «Nabiyyichi Eliyaas deebi'ee dhufee jira» yoo jedhan, kuunniin ammoo, «Nabiyyoota duraanii keessaa tokkochi du'aa ka'ee jira» ni jedhan ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Kuuwwan ammo Eeliyaasitu mudhate, kuuwwanillee Raattota duraa keessaa tokko ka'eera jedha'aa waan turaniif mame. Gade chapit la |