Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 9:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis, waan ta'e san maraa dhagayee, Innillee, namoonni gari gariin Yohaannisii cuupha'atu worra du'an keessaa ka'eera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Namoonni tokko tokko, «Yohaannisiin Cuuphaan du'aa ka'ee jira» jedhanii, ni odeessan waan tureef, bulchaa biyya Galiila'aa ka ture Heerodis, waan Yesus raawwate maraa dhagayuu isaatiin ni naye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Bulchaan kutaa arfeesso'oo Heroodis waan ta'e san maraa dhagayee, Innillee, namoonni gari gariin Yohaannisii cuupha'atu worra du'an keessaa ka'eera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 9:7
13 Referans Kwoze  

Isaanillee deebisanii, «Gariin Yohaannisii cuupha'a siin jedhan; gariin Eeliyaas siin jedhan; kuuwwan raattota durii keessaa tokkotu du'aa ka'eera siin jedhan» jedhaniin.


Hennaa Qeesaari Xabaariyos mooye woggaa kudha shanaffa'aatitti Pheenxeenichi Philaaxoos bulchaa biyya Yihuuda'aa ture, Heroodisi biyya Galiila'aatitti, obboleessi isaa Filiphoos biyya Xuriya'aatii fi Xuraakondoositti, Lisaaniyaasillee biyya Saabilamiisiititti bulchitoota turan.


Aduu, ji'aa fi Urjii irratti, «Malkatatu ta'a. Lafa irrattillee worri Yihuudota hin taanee galaanaa fi laagaa haboonbolatti'iitiin mama'aati dhidhiphatan.


Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee, darasoota keessaa lamaan ergeeti,


Isaanillee, «Gariin Yohaannisii cuupha'a, gariin Eeliyaas, kuuwwan ammoo raattota keessaa tokko siin jedhan» jedhanii deebisaniif.


Hennaa san Fariisota keessaa gari gariin gara Yesuusii dhufanii, Heroodiis si ajjeesuu waan barbaaduuf asii bayii deemi jedhaniin.


Bulchaa Heroodisii keessaa akka ta'e haga beeke, gara Heroodisii erge. Innillee ammoo hennaa san Yerusaalemiin waan tureef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite