Wongeela Luqaas 9:51 - WAADAA LAMMATAA51 Hennaan inni gara sami'ii ol fudhatamu waan dhiyaateef, gara Yeruusaaleemii deemu'uuf kutatee ka'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Guyyaan Yesus gara sami'ii ol itti deebi'u yeroo dhiyaatetti, gara Yerusaalemii deemu'uuf kutatee ni ka'e. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Hennaan inni gara sami'ii ol fudhatamu waan dhiyaateef, gara Yerusaalemii deemu'uuf kutatee ka'e. Gade chapit la |
Kiristoosiinillee du'oota keessa yoo kaasu hangafumma'aa fi baalliillee, hunnaaf gooftummaa maraa oliif adunyaa kana callaa irratti uduu hin taane, haata'uu ammoo, adunyaa dhufuufillee, akkasuma ammoo maqaa waamamu maraa maqaa caalu sami'itti mirga ufii hennaa isa kaayu, hujii Kiristoosiin hojjattan jabeenni hunna isaa hin mudhata.