Wongeela Luqaas 9:5 - WAADAA LAMMATAA5 Eennullee yoo isin simachuu dhabaate, qachaa san keessaa hennaa baatan ragaa akka isaanitti ta'u daaraa luka keessanii hargufadhaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Namoonni ka isin ufitti hin fudhanne yoo ta'e garuu, magaalaa san dhiifttanii yoo deemittan, awwaara miila keessan dhadhawadha'aatii deemaa, kun'llee ragaa isaanitti ni ta'a.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Eennullee yoo isin simachuu dhabaate, qachaa san keessaa hennaa baatan akka ragaa isaanitti ta'u daaraa luka keessanii hargufadhaa'a.» Gade chapit la |