Wongeela Luqaas 9:12 - WAADAA LAMMATAA12 Hennaa lafti dhiitetti darasoonni kudha lamaa isati dhiyaatanii, «Nu lafa udume'ee keessa waan jirruuf, gara naannoo ganda baadiyaa jiranii deemanii akka bulanii fi waan nyaatanillee akka argatan banii kana geggessi» jedhaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Guyyaan dhiiyu'uuf yoo dhiyaatutti, barattoonni isaa kudha lamaan gara Yesusii dhiyaatanii, «Bakki jirru kun gammoojji'i, kanaaf namoonni gara magaalotaa fi baadiyyoota naannoo jiranii deemanii, nyaataa fi bakka bultti'ii akka soqataniif, isaan geegessi» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Hennaa lafti dhiitetti darasoonni kudha lamaa isatti dhiyaatanii, «Nu lafa udume'ee keessa waan jirruuf gara naannoo ganda baadiyyaa jiranii deemanii akka bulanii fi akka waan nyaatanillee argatan banii kana geegessi» jedhaniin. Gade chapit la |