Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 9:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Ergamtoonnillee deebi'anii waan hojjatan maraa isatti himan. Innillee isaan qabatee qachaa Beetasayidaa jedhamtu bira hojjuma isaa gara lafa udume'ee dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Ergamittoonni bakka itti ergamanii deebi'anii dhufaniiti, waan raawwatan maraa Yesusitti ni himan. Inni'llee gara magaalaa Betsayidaa biratti argamittu gara bakka udume'ee titti isaan qabatee ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Ergamtoonni deebi'anii waan hojjatan maraa isatti himan. Innillee isaan qabatee qachaa Beetasaayidaa jedhamtu bira hojjuma ufii gara lafa udume'ee dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 9:10
10 Referans Kwoze  

Kurraasii, si aanne'e! Beetasayidaa'a, si aanne'e! Maalaleen isin keessatti godhame Xiroosii fi Siidonaa keessatti uduu godhamee jiraatee, silaa baniin achii yoosuu uffata gaddaa uffatanii, daaraa ufitti firfirsanii, silaa bara dheera'aan duratti cubbuu irraa deebi'aniiran.


Worra isin bulchuu ajajamaa'a. Isaan baallii Rabbiin itti gaafataman waan qabaniif jabaatanii isin eeganii. Yoo isin isaanii ajajamtan, isaan waan kana gammachu'uun hojjatan; Yoo ta'uu dhabaate gadda'aati hojjatan. Kun ammoo isiniif misha'aa miti.


Namoonni torbaatamii lamaa gammachu'uun gara isaa deebi'anii, «Gooftaa keenna!, maqaa keetiin jinniinillee nuuf ajajame» jedhaniin.


Ganamaan Yesuus gara Galiila'aa ol bawuu barbaadee, Filiphoosiin argee, «Na faana koottu!» jedheen.


«Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee, cubbuu namaa dhiisuu eentu danda'a?» jedhanii yaadan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite