Wongeela Luqaas 9:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus ergamtoota ufii kudha lamaanuu wolitti waamee, jinniiwwan maraa akka baasan, dhibeellee akka fayyisan hunnaa fi baallii isaanii kenne. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus ergamittoota isaa kudha lamaan gara isaa waamee, huminna jinniiwwan baasu'uutii fi dhibee mara fayyisu'uuf'llee aangoo isaaniif ni kenne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus ergamtoota ufii kudha lamaanuu wolitti waamee, akka jinniiwwan maraa baasan, akka dhibeellee fayyisan hunnaa fi baallii isaanii kenne. Gade chapit la |