Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 8:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Sanyiin bira'aa'llee qoree jiddu'utti ni bu'e, qoreen'llee woliin guddatteeti hudhee ni hanbbiseen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 8:7
11 Referans Kwoze  

Sanyiin qoree keessatti bu'ellee worra dubbii dhagayanii. Akkuma oolmetii isaanii ka duraatiti yaada'aa, badhaadhummaa jireenna qananiitiinillee waan hudhamaniif, sanyii hin godhatan.


Haata'uu ammoo, «Akka malee nyaataa fi machi'iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaada'aa akka hin dadhabne, guyyaan sunillee dimmaa akka isinitti hin dhufne uf eeggadhaa'a!


Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.


Sanyiin qoree edduu bu'e sun nama dubbii dhagayu, ka ammoo yaanni adunyaa tanaatii fi jaalalli durumma'aa isa sobee dubbii Rabbii waan hin hubanneef ka sanyii hin godhanne ta'a.


Sanyiin gariin qoree keessa bu'e, qoreenillee guddatee hudheen.


Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhakaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.


Ka biraa ammoo lafa biyyee mishaa irratti bu'ee hennaa mute, dachaa dhibba daraare» jedhe. Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, «Gurra dhagayu ka qabu haa dhagayuu!» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite