Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 8:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhakaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Sanyiin bira'aa'llee lafa dhagaalessa irratti ni bu'e, yeroo bayetti'llee laftti jiidha waan hin qabnneef, biqilli ni goge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhagaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 8:6
14 Referans Kwoze  

Sanyiin lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irratti bu'e sunillee worra dubbii dhagayanii gammachu'uun fudhatan. Isaan garuu hidda waan hin godhaneef haga hennaa diqqo'ootiif amanan malee, yoo ataabamuun isaan irra gaye, hin ganan.


«Laagaa jedhu uduu dhageettan diddanii, onnee teessan morkataa hin godhinaa'a!»


«Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. Hennaa facaasu tokko tokko qaccee kara'aatitti bu'ee irra deemamee Simbirran dhufanii qocatan.


Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite