Wongeela Luqaas 8:51 - WAADAA LAMMATAA51 Hennaa gara manaa seenu Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannis abbaa mucatti'iitiif haadha mucatti'ii malee, eennullee akka isa woliin hin seenne dhoogge. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Yesus gara mana Iyyaarosii yeroo gayetti Phexiros, Yohaannis, Yaaqoob, abbaa intalatii fi haadha isi'ii malee, ka bira'aa eennu'llee isa woliin gara keessaa akka aseenu, hin eeyyaminne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Hennaa gara manaa seenu Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannis abbaa mucatti'iitii fi haadha mucatti'ii malee, eennullee akka isa woliin hin seenne dhoogge. Gade chapit la |