Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 8:5 - WAADAA LAMMATAA

5 «Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. Hennaa facaasu tokko tokko qaccee kara'aatitti bu'ee irra deemamee Simbirran dhufanii qocatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 «Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye, yoo facaasu'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti ni dhiitame, sinbirroonni'llee ni nyaataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 «Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. Hennaa facaasu tokko tokko qaccee kara'aatitti bu'ee irra deemamee Simbirran dhufanii qocatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 8:5
15 Referans Kwoze  

Kanaafuu waan dhageenne irraa maal laataa akka hin fudhatamne isaaf caalchifnee uf eeguu nu barbaachisa.


Sanyiin karaa irratti harca'e, mammaaka worra akkuma dubbii Rabbii dhagayaniin Seexanni dubbii dhagayan san isaan keessaa fudhatuuti.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, ka sanyii mishaa facaasu Ilma Namaa ti;


Isin akka sooqidda lafaa ti. Sooqiddi mi'aa sooqiddummaa ufii yoo dhabe, maali'iin mi'aaya? Gara diidaa gatamee namoonni irra deeman malee, womaafuu bu'aa hin qabu.


Hennaa baniin heddu qachoota maraa irraa wolitti qabamanii gara isaa dhufan, mammaakaan akkana jedha'aa isaanitti dubbate.


Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhakaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite