Wongeela Luqaas 8:44 - WAADAA LAMMATAA44 Isiinillee duuba isaatiin dhuftee handaara uffata isaa tuxxe. Yomasan dhiinni isii keessaa jiga'aa ture sunillee cite. Gade chapit laWaadaa Haarawa44 Isiin'llee gara Yesusii dhufittee gara dudda duuba isaatiin dhiyaatteeti qaccee uffata isaa ni tuqixxe, bakkumatti dhiigin isi'ii jiguu ni dhaabe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu44 Isiin isa duubaan dhuftee handaara uffata isaa tuxxe. Yoma san dhiinni isii keessaa jiga'aa ture sun cite. Gade chapit la |