Wongeela Luqaas 8:2 - WAADAA LAMMATAA2 Kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye, Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Akkuma kana hafuura battiiwwan irraa worri gad dhiifamanii fi dhibee irraa dubarttoonni fayyan'llee Yesusiin ni horddofaniin turan, isaan'llee jinniiwwan torbaa ka isii keessaa bayeef Maariyam Magdalaawittii ta jedhamtte, Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Darasoonni kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii Magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye, Gade chapit la |