Wongeela Luqaas 8:16 - WAADAA LAMMATAA16 Namni kamuu ifaa ibsee ka waa itti gombisu yookiin siree jala ka kaayu hin jiru. Worri diidaa ol seenan akka ifa argan kololee rogatti mudhisu gubbaa kaayan. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Ibisaa ibisee ginddoo ka itti gonbbisu yookiin ka siree jala kaayu eennu'llee hin jiru, kana irra gara manaa ka aseenan marrinuu ifa isaa akka laalaniif, baattuu ibisa'aa irra ni kaayaan.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Namni kamuu ifaa ibsee ka waa itti gombisu yookaan ka siree jala kaayu hin jiru. Worri diidaa ol seenan akka ifa argan kololee rogatti mudhisu gubbaa kaayan. Gade chapit la |