Wongeela Luqaas 8:12 - WAADAA LAMMATAA12 Sanyiin karaa qace'etti bu'e sun namoota dubbii Rabbii dhagayanii akka isaan amananii hin fayyineef daabiloos dhufee dubbii san onnee isaanii keessaa fudhata. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, namoota yero'oof dubbii Waaqaa dhageeffatan, garuu isaan amananii akka hin fayyineef sheexanni dhufee, dubbii onnee isaanii keessaa ni fudhata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Sanyiin karaa qacce'etti bu'e sun namoota dubbii Rabbii dhagayanii akka isaan amananii hin fayyineef daabiloos dhufee dubbii san onnee isaanii keessaa fudhata. Gade chapit la |